У нас вы можете посмотреть бесплатно Qol.1:9-11 M-Dur:Waaqayyoon Beekuutt Guddachuu.K.14ff.(Growing in the Knowledge of God)Co.1:9-11 P14 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Col.1: 9 Kanaafis nuyi erga gaafa kana dhageenyeetii Waaqayyoon isiniif kadhachuu hin dhiifne; fedha isaa hubattanii ogummaa hundumaan qalbifannaa hafuurri qulqulluun kennuunis akka guutamtaniif Waaqayyoon isiniif in kadhanna*. 10Jireenya gooftaadhaaf ta'u jiraachuu, yeroo hundumaa waan isatti tolu gochuu, hojii gaarii ta'e hundumaatti ija godhachuu, Waaqayyoon beekuuttis guddachuu akka dandeessaniif kadhachuu keenya*. 11Obsa hundumaa fi gammachuudhaan waliif danda'uuf akka aangoo isa ulfina isaa keessaa dhufutti, jabina hundumaan jabeeffamaa*! Col 1:9 And so, from the day we heard, we have not ceased to pray for you, asking that you may be filled with the knowledge of his will in all spiritual wisdom and understanding, Col 1:10 so as to walk in a manner worthy of the Lord, fully pleasing to him: bearing fruit in every good work and increasing in the knowledge of God; Col 1:11 being strengthened with all power, according to his glorious might, for all endurance and patience with joy;