У нас вы можете посмотреть бесплатно MM Abiy waraana Iraan gidduutti gara UAE maaliif imalan? | BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad osoo Giddugala Bahaatti waraanni hammaatee itti fufee jirutti UAE daawwataniiru. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Wanti yeroo kana garas isaan imalsiise maali? Gama kaaniin, Tiraamp odola Iraan akkaan gati jabeessa taate haleelaniiru. Iraanis deebii kenniteetti. Waan haaraa ilaalla. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #uae #middleeast #shahed #usa #usarmy #trump #donaldtrump #bbcafaanoromoo #bbc #attack #usa #iranisraelconflict #conflict #bbcnewsafaanoromoo #iran #drone #war #israel #ayatollah #alikhamenei #death #Kharg