У нас вы можете посмотреть бесплатно UUMAA KO : DIDA EMANA (KETORAN) или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Title : Uumaa kooo singer : Dida Emana (Ketoran) Produced By Kanenus Graphics camera & Editing Samuel Girma Lyrics _ ✝✞✟✝✞✟✝✞✟✝ Tolakee Fannoo gubbaa Isat Waayeekoof goote Ani Akkamittan baasa Jechoonni naan ibsani Dafqa gaara golgootaa Sanat garaa na raasa Humnakoo Siif Wareegee Baran qabu jiruu Kan keetiifan fiiga Atiyyuu naaf gooteetta Olmaa darbaa anis Kankee Maan cigaa Narraa qabda oolmaa danuu Harka guddisakee hin ganu Sin jaaladha Bara hundumaa Abbaa koo naaf taate dhuguma Abbaakoo naaf taate dhugumaa×3 Waan hunda naaf taate dhugumaa Yeroo hundaa kan na mararu Garaakoo kan na moogessu Jaalalakee fannoorrati Yoon rafe abjuun nan raffisu Guyyaas si'iin waamaa oolee Itti fufee otoon bulee Na mararta sin jaaladha Waanta baay'een si'iin oole Godaannisa ta'ee isa ati anaaf gootetu fuula koo adeema Boqonnaa na dhoowweetu ganamas galgalas natti yaadatama Seelonni qaama koo kan gubbaaf gajjallaa jirus walitti hasaasee Kunoo akkas siin jedha ulfaadhu uumaakoo situ gatii koo baase×2 Ulfaadhu yesuus koo situ gatii koo basee. Yaadannoo gurguddaa kanan himee hin fixne keessaa kootii qabda oolmaan kee baayyaate narratti Danoome ta'e narra guddaa Ani amma humna kootti na gahee hin waakkadhu galatakee hin yarsu Yoon hundumaa dhiisee cal jedhee taa'ellee Isa kan kee hin dhoksu Iyyeesuus ati naaf adda oolmaa hin dhumne narraa qabda 🎶🎶🙏