У нас вы можете посмотреть бесплатно Sona Misoomaa или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Godina Baalee Aanaa Harannaa Bulluq keessatti dargaggoota sadii ta'uun bara 2009 gurmaa'anii hojii misooma Jallisii kuduraa fi muduraa adda addaa oomishuun madda galii godhatanii jiruu fi jureenyasaanii fooyyeffachaa jiran. Dargaggootni kunneen hojii dhabdumnaa irraa ka'uun carraa naannoo isaanitti jirutti haala gaariin fayyadamuun paampii bitachuun hojii misooma jallisiitti aeenan. Wayita hojii kana eegalan bu'aa ba'ii baay'eetu isaan mudate garuu cichoominaa fi tattaaffii guddaan mo'atanii keessa ba'uun yeroo ammaa kaappitaallisaanii walii galaa birrii Miiliyoona 4 irra ga'eera.Qaaraa oomishaa juranis kallattiin Finfinneetti geessuun gurgurachaa jiru.Bukchiinsi Aanaa Harannaa Bulluqis deeggersaa fi hordoffii taasisaafii jira. Qonnaan bultoota warreen kaanifillee fakkeenya guddaa taa'afii jiru.