У нас вы можете посмотреть бесплатно OROMIA11: Oduu 2-4-2026 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
OROMIA11: Oduu 2-4-2026 1.Godinaalee Wallagga Bahaafi Horroo Guduruu Wallaggaatti Haleellaa hidhattootni naannoo Amaaraa irraa dhufan gageessaniin Miidhaan lubbuufi qabeenyaa Qaqqabaa jiraachuun ibsame. 2.Godina Baalee bahaa Aanaa Gindhiiritti rakkoon bishaan dhugaatii ganda Aqqashaa yeroo torbee tokko hin calle keess atti kan furamu tahu Wajjirri kominikeeshini Godinicha hime. 3.Biyyoonni Galoo Galaanaa michoota US ta'an daafoo haleellaa Iraaniin goolamaa jiru. 4.Xiyaaronni waraana Ameerika Kuweet keessatti kufun gabafame. 5.Iraan yoo Ulaa Hormuz cufte addunyaarratti dhiibbaan dinagdee hamaa kan mudatu ta'uun himame. 6.Taphootni Piriimer liigii ingilaandi torbee 28 hunduu taphatamuun Qabxiiwwaan Garaa garaa galmaa’anii jiru.