У нас вы можете посмотреть бесплатно Aadde Silva Nazaretian- Leenjiin dargaggootaa faayidaa hawaasaaf(Youth Digital Mentor) | SBS... или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Keessummaan keenya har’aa adde Silva Nazaretian Dirkteera Enliven -dhaabbata tajaajilli hundumaaf jedhu ti. Silva Wagga 15 oliif nama ogummaa dietian(dhimma nyaata nagoomaa) ilaallatu irra hojjette, qorannoo adda aaddaa irrattis hirmaatte, ummattoota duubbee aada danuu irraa tahan waliin hojjechuutti muuxannoo dheeraa qabdi. Namoota beekumsaan hidhachiisuu irratti jabeessitee nama hojjettu. Namni waa tokko dhagahee, baratee, hubatee murtii ofii akka fudhatu waa’ee fayyaa irratti ni barsiifti, ni qajeelchiti, fayyaa ummataa yeroo jedhamu fedhii ishee guutuun irratti hojjetti. More from SBS Afaan Oromoo: https://www.sbs.com.au/oromo #sbsaudiopodcast #sbsoromo #oromo #afaanoromo