У нас вы можете посмотреть бесплатно Tiraamp UStti Somaalota maaliif 'arguu hin fedhu' jedhan? | BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp godaantota Somaalee Ameerikaa keessatti arguu hin barbaadu jedhe. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ "Gara bakka irraa dhufaniitti deebiyuu qabu, biyyi isaanii waan tokkoofillee faayidaa hin qabu," jechuun dubbate. "Ani biyya keenya keessatti isaan hin barbaadu, dhugaa isaa isinitti himuun barbaada," jechuun hadheeffatee dubbate pirezidant Tiraamp walga'ii kaabinee Kibxata tureerratti. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #somalia #somali #usa #america #trump #trumpnews #bbc #people #peace #bbcnewsafaanoromoo #bbcnews