У нас вы можете посмотреть бесплатно Ingiliffaan Natti Muddite! или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! https://storm-visage-37a.notion.site/... Ingiliffaan Natti Muddite! #ijoolleeqaxalee #DonkeyTubeAfaanOromoo #afaanoromoo Keessummaan keenya ijoollee qaxalee keenya har'aa Hiruut yeshiiwarq jedhamti.afaan ingiliffaa haala gaarin kan dubbattu yoo taatu.koomediyaan isheetudhaan illee si caalaa nan danda'a jettee isa dorgomti.afaan 4 illee akka dandeessuu nutti himti. Akkasumas kolfuu baay'ee jalatti. Hanga dhumaatti nu waliin ta'uun yeroo ajaa'ibsiisaa isheen Koomediyaan Isheetuu waliin dabrsite hordofa. keessummaan keenya ijoollee qaxalee keenya har'aa Haabtaamuu Tashaagar jedhama.Mucaa wagaa 8 yoo ta'u Gadabiy iddoo jedhamuu dhufe.yeroo ammaa kana kaboota guurun akkasumas maatii isaa qonnaan gargaaraa jira.yeroo guddatu immoo dooktara ta'ee haadholii deessissun hawaasa koo gargaarun barbaada nuun jedha.Amantaa fi Aadaa isaa sirriitti Adda baasee mucaa beekudha.Hanga dhumaattii nu waliin ta'uun yeroo garii inni Koomediyaan Isheetuu waliin dabrse hordofaa. Koomeediyaan Isheetun Warri Ijoollee Isaanii Fuulduratti Waan Dubbatan, Dhagahanii fi Hojjatan Irratti Of Eeggannoo Guddaa Gochuu akka Qaban ni Amana Sababni isaas Ijoolleen Akkasitti Waa'ee Addunyaa Baru. Warri Yeroo Hunda Haasaa Jibbiinsaa hasa'aa Fi Dhaggeeffachaa kan Jiran Yoo Ta'e Daa'imni Dhiibbaan guddaa Akka irra ga'u Ifadha. Egaa Kaayyoon Qophii Kanaa Guddaan Ge'eessonni Hirriba Gadi Fagoo Isaan Keessa Jiran irraa Dammaqsuudha. Akkasumas Qophii Kana Keessatti Warri isaanii Waa'ee Sabaa, Namummaa, Jaalala, Nagaa, Safuu, Fi Egeree Addunyaa Ijoolleen Isaanii Waan Jedhan fi Yeroo Keessummeessan Koomeediyaan Isheetuu Waa'ee Addunyaa Isaan Gaafatu maal akka deebisan dhageessissuu barbaada. Agarsiisni kun ga’eessotni akkaataa ijoollee isaanii of eeggannoodhaan guddisan barsiisuun, odeeffannoo hin barbaachifne irraa akka eeganiif kan qophaa’edha. ✅Foolowi fi sabiskiraaybi kanaan gadirratti nu godha! Facebook: / eshe.melesse Instagram: / comedian.eshetu TikTok: https://www.tiktok.com/@comedian_eshe... Donkey English / @gasheshetumenfesawi Donkey በጎ / @donkeybego Donkey Tube Academy / @donkeytubeacademy #ijoolleeqaxalee #ድንቅልጆች #ድንቃድንቅ #እጹብድንቅልጆች #ኢትዮጵያ #habesha #DonkyTubeAfaaOromoo #DonkeyTube #AfaanOromo #ComedianEshetu #LoveStory #Officials #Tiktok #Live #Father #Family #DonkeyTube #AfaanOromo #BaacooAfaanOromoo #TopNewComedy #OromooCartoon #TubeComedyVideo #TodayfunnyVideo #NewfunnyComedy #TubeCommedyVideo #HibbooAfaanOromoo #hirkoo #QophiiIjoolee