• ClipSaver
  • dtub.ru
ClipSaver
Русские видео
  • Смешные видео
  • Приколы
  • Обзоры
  • Новости
  • Тесты
  • Спорт
  • Любовь
  • Музыка
  • Разное
Сейчас в тренде
  • Фейгин лайф
  • Три кота
  • Самвел адамян
  • А4 ютуб
  • скачать бит
  • гитара с нуля
Иностранные видео
  • Funny Babies
  • Funny Sports
  • Funny Animals
  • Funny Pranks
  • Funny Magic
  • Funny Vines
  • Funny Virals
  • Funny K-Pop

Qonna Gannaa Bara Oomishaa 2015/16 скачать в хорошем качестве

Qonna Gannaa Bara Oomishaa 2015/16 2 года назад

скачать видео

скачать mp3

скачать mp4

поделиться

телефон с камерой

телефон с видео

бесплатно

загрузить,

Не удается загрузить Youtube-плеер. Проверьте блокировку Youtube в вашей сети.
Повторяем попытку...
Qonna Gannaa Bara Oomishaa 2015/16
  • Поделиться ВК
  • Поделиться в ОК
  •  
  •  


Скачать видео с ютуб по ссылке или смотреть без блокировок на сайте: Qonna Gannaa Bara Oomishaa 2015/16 в качестве 4k

У нас вы можете посмотреть бесплатно Qonna Gannaa Bara Oomishaa 2015/16 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:

  • Информация по загрузке:

Скачать mp3 с ютуба отдельным файлом. Бесплатный рингтон Qonna Gannaa Bara Oomishaa 2015/16 в формате MP3:


Если кнопки скачивания не загрузились НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru



Qonna Gannaa Bara Oomishaa 2015/16

‘Oromiyaatti hanga ammaatti lafa heektaara miiliyoona 6 ol qotamee qophaa’e keessaa heektaara miiliyoona 2’tti siqurratti midhaan gosa garaa garaa qonna gannaan misoomeera’ Biiroo Qonnaa Oromiyaa OBN Caamsaa 23,2015- Naannoo Oromiyaatti Hanga ammaatti lafa heektaara miiliyoona 6 ol qotamee qophaa’e keessaa heektaara miiliyoona 2’tti siqurratti midhaan gosa garaa garaa qonna gannaan misoomuu, Biiroo Qonnaa Oromiyaa beeksise. Naannoo Oromiyaatti Qonna Gannaa baranaan lafa heektaara miiliyyoona 7 fi kuma 400 irratti midhaan gosa gara garaa misoomsuun oomisha kuntaala miliyoona 200 fi miiliyoona 55 ol argachuuf hojjetamaa jiraachuu, Hoogganaa itti Aanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Barsiisoo Fayyisaa himaniiru. Hanga ammaattis lafa heektaara miiliyoona 6 ol qotamee qophaa’e keessaa heektaara miiliyoona 2’tti siqurratti midhaan misoomera jedhan. Milkaa’ina Qonna Gannaa baranaatiifis xaa’oo kuntaala miiliyoona 9.4 dhiheessuuf karoorfamuu eeran. Hojii hanga ammaatti hojjetameenis xaa’oon kuntaalli miliyoona 4fi kuma 100 kan dhiyaate yoo ta’u, kana keessaas xaa’oo kuntaalli miiliyoona 3 fi kuma 100 qonnaan bulaaf raabsameera jedhan. Kana malees, sanyii filatamaa gosa gara garaa kuntaala miliyoona 3 ol dhiheessuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti kuntaalli kuma 800 ol qonnaan bulaa bira gahuu himan. Akkasumas xaa’oon uumamaa meetirkuubii miiliyoona 100 qophaa’eeras jedhan. Hanqina dhiyeessii callaa guddistuurratti gaaffii qonnaan bulaa biraa ka’u deebisuufis dhimmamtoota waliin qindoominaan hojjetaa jirra jedhan Obbo Bariisoon. Qonna amayyeessuun Oomishtummaa guddisuu fi Qonnaan Bulaan bu'aa dhamaatii isaa akka argatuuf Itti fayyadama teeknooloojii qonnaa guddisuu fi qonna kilaastaraa irratti xiyyeeffannoon akka hojjetamus himaniiru. Inisheetiiviiwwan qonnaa gara garaatiif xiyyeeffannoon addaa kannemuunsaa qonna gannaa baranaa adda kan taasisu ta’uus ibsaniiru. Dhugaasaa Nigaatuutiin Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan: Yuutuubii:    / obnoromiyaa   Feesbuukii Afaan Oromoo:   / obnafaanoromo   Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/ Tiwiiterii:   / obnoromiyaa   Feesbuukii Afaan Amaaraa:-   / obnamharic   Feesbuukii Afaan Ingilizii:-   / obnenglish   Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa. OBN Sagalee Uummataa

Comments

Контактный email для правообладателей: u2beadvert@gmail.com © 2017 - 2026

Отказ от ответственности - Disclaimer Правообладателям - DMCA Условия использования сайта - TOS



Карта сайта 1 Карта сайта 2 Карта сайта 3 Карта сайта 4 Карта сайта 5