У нас вы можете посмотреть бесплатно Jala bulti Ayyaana Booqonna Haadha keenya Qulquulleetti Dubroo Maariyaamii! Amajii 21 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Amajii 21!Ayyaani kuni Ayyaanoota Dubro Maariyaamii gurguddoo shanani mani kiristaanaa keenya kabajuu keessa isaa tokkodha! Haati keenya qulqulleettin Dubroo Maariyaamiin waggaa 64f isheetti Amajjii 21 addunya kana irraa booqatte.Duuka bu'ootni foon ishee awwaaluuf yemmuu deeman Yihudoonni isheenis immoo akka ilma isheetti du'aa ni kaati jedhanii hinaafanii akka hin awwaalle dhoorkan sana booda foon ishee Ergamootin fuudhannii karra jaannat dura teessisan!haa ta'u malee booda kadhaadhan foon ishee argatan deebisaanii awaalanii jiru!isheenis akkuma ilma ishee du'is kaate jiraati!Duuti Ishee Amajii awwaallii ishee immoo Hagayya.Araarsuummaan ishee arjuuman ilma ishee hunda keenya walin haa ta'u Amen. ~~Faarfaannaa Afaan Oromoo,Gaaffii fi Deebii Afuura, Barnoota wangela,,Walaloo Afuura,Seenaa Qulqullootaa,,Kana bekkaatu lataa?fi Bacoo Afuura,gamanuma gara Ataa'oos Tubetin argaachu daandeessuu!maree kanafuu warri maati hin tannee Subscribe taasisuun maati ta'un hordofa! kan Subscribe taasistaan immoo mallaato bilbila xuqun on taasisaa,wanti Ataa'oos Tube irraati maxanu hundi akka sinbirra gahuf. Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodooksii Tawahidoo danuu argaachuuf👇 • Faarsa Afaan Oromoo Ortodooksii Tawaa... • Плейлист • Gola Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodook... • Плейлист • Плейлист Faarfannaa Afaan Oromoo qofa 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆 Dubbii Dubroo Maariyaam kutaa 1hanga kutaa 65👇 • Barnnoota Korsii Dubbii Dubroo Maariy... Qo'aana Abboomota Kurnaanii 👇 • "Fakkii Bocaame hin Waaqeessin!"Korsi... Yeroo hunda Waaqayyoodhan Gammadaa👇 • Yeroo hundumaa Waaqayyoodhan gammadaa... 🍃Lallaba Wangeelaa👇 • Guyyaan dhekamsa waaqayyoo sun osoo s... 🍃Gosoota qulqulluumaa kutaa 1-hanaga kutaa 30👇 • Gosoota qulqulluuma kutaa 2ffaa share. • Gosoota qulqulluuma kutaa 2ffaa share. • Gola Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodook... Channel keenya Subscribe taasisun hordofa!Ataa'oos(Waaqa tokko)Tube 🍃Fula Facebook koo👇 koohttps://m.facebook.com/story.php?stor... 🍃Page koo👇 https://www.facebook.com/337926990151...