• ClipSaver
  • dtub.ru
ClipSaver
Русские видео
  • Смешные видео
  • Приколы
  • Обзоры
  • Новости
  • Тесты
  • Спорт
  • Любовь
  • Музыка
  • Разное
Сейчас в тренде
  • Фейгин лайф
  • Три кота
  • Самвел адамян
  • А4 ютуб
  • скачать бит
  • гитара с нуля
Иностранные видео
  • Funny Babies
  • Funny Sports
  • Funny Animals
  • Funny Pranks
  • Funny Magic
  • Funny Vines
  • Funny Virals
  • Funny K-Pop

Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28 скачать в хорошем качестве

Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28 1 год назад

скачать видео

скачать mp3

скачать mp4

поделиться

телефон с камерой

телефон с видео

бесплатно

загрузить,

Не удается загрузить Youtube-плеер. Проверьте блокировку Youtube в вашей сети.
Повторяем попытку...
Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28
  • Поделиться ВК
  • Поделиться в ОК
  •  
  •  


Скачать видео с ютуб по ссылке или смотреть без блокировок на сайте: Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28 в качестве 4k

У нас вы можете посмотреть бесплатно Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:

  • Информация по загрузке:

Скачать mp3 с ютуба отдельным файлом. Бесплатный рингтон Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28 в формате MP3:


Если кнопки скачивания не загрузились НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru



Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28

Dhaddacha Jaalalaa Iyyannoo 1ffaaGalmee iyyannoo GIY-59 As wr wb qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Rabbiin Mindaa keessan jannatal firdawsiin isinii haa deebisu. Ani maqaan kiyya N.H Jedhama. Namni an himachuuf dhufe haadha manaa tiyya. Haadha manaa tiyya akkaanin jaaladha. Ishiinis akkaan na jaalatti. Keessumattuu gama ibaadaatti, haalaa amalli isii waan akkaan qalbii tiyya gammachiiserraahi. Kabajaafi jaalalli isiin maatii kiyyaaf qabdus guddaadha. Duuba maali ree wanti intala gaarii tanarraa himattu naan hin jedhinaa. Anuu waan na dhibde isinii himuuf deema. Aniifi jaartiin tiyya yeroo walitti qanani’uuf gara firaashaa deemnu, qaama saalaa kee dhungachuu fedha naan jetti. Yoon ani waan isiin jettu kana dide. Ishiinis na dura dhaabbattee duyda natti galtee rafti. An ammo haalli kun haala ummata yahuudaati jedheen dide. Ishiin ammo lakki anaafi ati halaal wal godhannee jirra humaa hin qabu jettee na dura dhaabbatti. Wanti kun yeroo heddu natti deddeebi’ee jira. Waan isiin na gaafattu kana an jibbaa dhufee jira. Sababaa kanaaf way bultiin teenya diigamtii jedhee waanin sodaadheef, iyyannoo tiyya galmee jabduu irratti galmeeffadhee gama keessan dhufe. Murtii abbaan murtii naa kennu obsaan eeggadha. Ws wr wb. Iyyannoo 2ffaaGalmee Iyyannoo GIY-60 As wr wb Qopheessitoota Qophii dhaddacha Jaalalaa. Maa shaa ALLAAH, qophiin dhaddacha jaalalaa hedduu tokko nu gammachiise. Barumsa guddaallee irraa argataa jirra. Jazaakumullaahu khayran. Maqaan kiyya Y.A jedhama. Biyya Arabaa Kuweet irraa iyyachutti jira. Aniifi Abbaan manaa kiyya karaa halaalaatiin nikaaha godhannee bultii gammachuu jiraachutti jirra. Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin. Abbaan manaa kiyya gaariin kun hedduu na jaalata. Anilleen hedduu isa jaaladha. Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin. Rabbiin nama addunyaafi aakhiratti waliin mikaahu nu haa taasisu. Wanti gama dhaddacha kanaa na fide dhimmi gabaabduu takka. Aniifi abbaan manaa kiyya gaafa dura wal fuunu waan irratti walii galle qabna. Anaafi innis biyya Arabaa keessa jiraanna. Nu lameenuu hanga humna keenyaatiin carraaqannee, waan arganne walitti buusnee gama biyyaa erganna. Achi booda abbaan kiyyaafi abbaan isaa walitti dhufanii mallaqa nuti erganne kanaan waan tokko akka nuu dalagan walii gallee sharxii tanarratti wal fuune. Eeguma wal fuunee wajji jiraachuu eegallee booda abbaan manaa kiyya sharxii irratti walii galle kana diigee, waan anaafi ati wajji dalagannu Abbaan kee beekuu hin qabu. Waan hunda abbaan kiyya nuuf godha. Mallaqa Abbaa kiyya qofatti ergina. Abbaan kiyya waan nuuf tahu kophama isaa nuuf haa godhu naan jechuu eegale. Dubbiin isaa tun hamilee na cabsite. Mallaqa kana akkam tahee akka argadhu anumaatu beeka. Hedduu itti dadhabee argadha. Waan ifaajee guddaana argadhu kana ammo osoo abbaan kiyya quba hin qabne usee erguun hedduu natti ulfaate. Mee maal naaf dhaamtan. Anaafi isaafis waan faaydaa nuuf qabu nuuf dhaamaa. Ajaja jaarsa kiyyaa fudhee mallaqa kiyya gama abbaa isaa haa ergu moo, wanti biro ka furmaata naaf gootan yoo jiraate murtii abbaa murtii obsaan eeggadha. Ws wr wb. Copyright Notice: Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions. We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.

Comments
  • 1 год назад
    "Qaama Saalaa 2 Qabdi" Dhaddacha Jaalalaa 26
    Опубликовано: 1 год назад
  • 1 год назад
    "Dubrummaa jechuun maal jechu? ani hiika dubrummaa hin beeku" Dhaddacha Jaalalaa 31
    Опубликовано: 1 год назад
  • Dhiira Sadii Waliin Altakkaatti Waliin Ciiseera 5 месяцев назад
    Dhiira Sadii Waliin Altakkaatti Waliin Ciiseera
    Опубликовано: 5 месяцев назад
  • Wal Qunnamtii saalaa Irratti Dogongora Kana Yoo Dalagde Dhiirri Kamuu Si Jibba! Dr Firaol 1 год назад
    Wal Qunnamtii saalaa Irratti Dogongora Kana Yoo Dalagde Dhiirri Kamuu Si Jibba! Dr Firaol
    Опубликовано: 1 год назад
  • abbaan manaa obboleettii koo irahi ulfahee😱🤭😱 2 месяца назад
    abbaan manaa obboleettii koo irahi ulfahee😱🤭😱
    Опубликовано: 2 месяца назад
  • Galaana Jaalalaa | (Namni akka koo Jaalalan miidhame waan jiru natti hin fakkaatu) 5 месяцев назад
    Galaana Jaalalaa | (Namni akka koo Jaalalan miidhame waan jiru natti hin fakkaatu)
    Опубликовано: 5 месяцев назад
  • Dhuguma qaama saalaa dhiiraa guddisuun ni danda'ama? Xiqqoodha kan jedhamu hamam yoo ta'eedha? 10 месяцев назад
    Dhuguma qaama saalaa dhiiraa guddisuun ni danda'ama? Xiqqoodha kan jedhamu hamam yoo ta'eedha?
    Опубликовано: 10 месяцев назад
  • dhiirummaan/jagnummaan dubartii heddu fuuchuudhaan beekama Akka Aadaatti!!! 1 год назад
    dhiirummaan/jagnummaan dubartii heddu fuuchuudhaan beekama Akka Aadaatti!!!
    Опубликовано: 1 год назад
  • Halkan Jalqabaa Jaarsaa fi Jaartii Jiddutti... | Imala Jaalalaa Kutaa 10 1 месяц назад
    Halkan Jalqabaa Jaarsaa fi Jaartii Jiddutti... | Imala Jaalalaa Kutaa 10
    Опубликовано: 1 месяц назад
  • 1 год назад
    "Osoo jaarsi bakka biroo jiru ulfooyte" Dhaddacha Jaalalaa 34, galmee iyyannoo 70
    Опубликовано: 1 год назад
  • RNH 895, November 5, 2024 Soora Qalbii 1 год назад
    RNH 895, November 5, 2024 Soora Qalbii
    Опубликовано: 1 год назад
  • Qaama Saalaa Kiyya Baqaqsani😭 1 год назад
    Qaama Saalaa Kiyya Baqaqsani😭
    Опубликовано: 1 год назад
  • Videolee Dall-Qunamtii rawwachun kana qaba! 5 месяцев назад
    Videolee Dall-Qunamtii rawwachun kana qaba!
    Опубликовано: 5 месяцев назад
  • dr zakir naik Afaan Oromoo || GAFII NAMOOTA || qooda Muslimootaa 2 года назад
    dr zakir naik Afaan Oromoo || GAFII NAMOOTA || qooda Muslimootaa
    Опубликовано: 2 года назад
  • Dhiiran Tuffadhetu Halkan Guutuu Na Iyyisiisaa Bule 2 месяца назад
    Dhiiran Tuffadhetu Halkan Guutuu Na Iyyisiisaa Bule
    Опубликовано: 2 месяца назад
  • Gurbaa Bara 2027 hirribaa dammaqe 🥺 Ajaa'iba as behe 4 года назад
    Gurbaa Bara 2027 hirribaa dammaqe 🥺 Ajaa'iba as behe
    Опубликовано: 4 года назад
  • Sheikh Anwar Yusuf Gafi Fi Debisa IMO Biyya Arabati Wal Funee Kiyan Farasho Dhugaa 3 June 2021 4 года назад
    Sheikh Anwar Yusuf Gafi Fi Debisa IMO Biyya Arabati Wal Funee Kiyan Farasho Dhugaa 3 June 2021
    Опубликовано: 4 года назад
  • Eegan Heerumee booda Gurbaa dur jaaladhu tasa arge - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 14ffaa 2 года назад
    Eegan Heerumee booda Gurbaa dur jaaladhu tasa arge - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 14ffaa
    Опубликовано: 2 года назад
  • maloota Abbaan Manaa kee ittin gabroomsitu! 3 недели назад
    maloota Abbaan Manaa kee ittin gabroomsitu!
    Опубликовано: 3 недели назад
  • RR-047🛑 Kiristaana ta`ee du`ee islaama ta`ee ka`e! | Maatii islaamummaa Badhaafame! 4 недели назад
    RR-047🛑 Kiristaana ta`ee du`ee islaama ta`ee ka`e! | Maatii islaamummaa Badhaafame!
    Опубликовано: 4 недели назад

Контактный email для правообладателей: u2beadvert@gmail.com © 2017 - 2026

Отказ от ответственности - Disclaimer Правообладателям - DMCA Условия использования сайта - TOS



Карта сайта 1 Карта сайта 2 Карта сайта 3 Карта сайта 4 Карта сайта 5