У нас вы можете посмотреть бесплатно Simannaa Ministira Muummee Abiyyi Ahmad [PhD] Magaalaa Dambidoolloo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Simannaa Ministira Muummee Abiyyi Ahmad [PhD] Magaalaa DambidoollooMinistirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) daawwannaa hojiilee misoomaaf Godina Qellem Wallaggaa dhaqan. ‘OBN Cyber Media’ Guraandhala 11,2018 Wayita isaan buufata xiyyaaraa Dambi Doolloo gahanis hoggansa dabalatee abbootiin amantaa,jaarsoliin biyyaafi qaamoleen hawaasaa akka aadaasaaniitti ba’anii simataniiru. Daawwanna hojiilee misoomaa kanarrattis Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee hoggansi Mootummaa Federaalaa,naannoofi keessummoonni argamaniiru. Lalii Girmaan #visit #Oromiyaa #Ethiopia