У нас вы можете посмотреть бесплатно Tadele Gemechu - Bara Bara- Ethiopian Oromo Music 2022 (REACTION by Lamishow Tube) или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Reaction on Tadele Gemechu - Bara Bara- Ethiopian Oromo Music 2022 #Africa_music#Oromo_music #Tadele_Gemechu#Ethiopian music Walaloon sirba kanaa kan armaan gadiiti ------------------------ Si yaa ifa mootii dukkanaa Sona jireenya gammachuu Kan kee si'achi si'ana Yeroon ulfinakee galchuu Si yaa - Oromiyaa Si yaa - biyya tiyya Si yaa - Oromiyaa Si yaa - biyya tiyya Hammaattees hingarre Arjoomakee maleessa Iddoon irraa si dhabe Iddoon sii hin malle eessa Arjaa harka kaamettii Dugda haadha kopheessaa Dachii badhaadha quufaa Godoo ilmaan hiyyeessaa Bara baraafi (7) Kabajakeef Ulfinakeef Nuti ilmaankee jirra! Hin hiraartu Hin shenooytu Sichi ilmaan keetu jirraa! Biyya Taaddee Birruu - Oromiyaa Biyya Abishee Garbaa - Oromiyaa Biyya Elemoo Qilxuu - Oromiyaa Biyya Alii Birraa - Oromiyaa Dirree galmee seenaa Godambaa abaabilee Abdii Afrikaanotaa Wiirtuu malkaa gurraalee Gadaankee goobanee Samiirraa mul'ata Urjii ardilee torbaa Biyya hayyuu hayyootaa! Bara baraafi (7) Biyya Jaallee Nadhii - Oromiyaa Biyya Hayilee Fidaa - Oromiyaa Biyya Bakar Waaree - Oromiyaa Jaarraa Abbaa Gadaa - Oromiyaa Biyya Laggee Wagii - Oromiyaa Biyya Jaal Jaatanii - Oromiyaa Biyya Baaroo Tumsaa - Oromiyaa Biyya Hacaaluu Hundeessaa - Oromiyaa! ----------------------------------- 🚩 Connect with me on👇👇 ✅ Facebook 👉🏿 / lamishow-tube-106923515105327 ✅Telegram 👉🏿https://t.me/Lamishow 🔔 Youtube👉🏿 / @lamishowtube ------------------------------------- Yoo yaada qabaattan suur_sagalee kana jalatti naaf barreessaa. Let me know if you have any questions in the comments. Cheers!