У нас вы можете посмотреть бесплатно UFFEE Bikila Kebede, Natinael Tamene, Moti Taresa, Solomon Alemu, Faarfannaa Haaraa 2025/2017 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
#uffee #Bikilakebede #solomonalemu #natnaeltamene #faarfannaa2025 #faarfannaahaaraa2017 Sagalee jireenyaa qabda Nagaan si keessaa madda Foolii jireenyaa qabda Yesus ati adda 1.Kaleessa siif dhiiseera har'a siif hin dhiisu Isa sana siif obseera kana immoo siif hin obsu Nuffe sin dadhabe yoom naan jettee beekta Baay'ina araara keen yeroo hunda na baatta Na fayyisuu kee akkan dhugaa ba'u Na gargaaruu kee akkan ragaa ta'u Si'a meeqan oole waan hin oolamne irraa Baay'ina araarakeen kunoo har'a gaheera 2.Hin fakkaatu waan darbamu Haalichi naaf hin eyyamu Hin fakkaatu waan jiraatamu Hin jirukaa waanti abdatamu Achitti naaf dhuftee siif jira naan jette ati Haala koo ilaaltee yoom narraa fagaatte ati Ana wajjiin taatee na dabarsite lafa onaa Aniif manni koo waan ittiin si yaadannu qabna Aaran galfadhe uffee jedhee Aaran galfadhe ergan siin argadhee 3.Yaadannoo baay'eetu jira keessa koo kan garaan koo lakkaa'u Gooftaa koo akka keef malee naaf dhumeera iddoon kufee hin ka'u Jaalala guddaa isaa natti agarsiifte malee atoo nan jibbine Qarqara afaan bowwaarraa na deebiste gattee du'aaf nan laanne #subscribe #faarfannaa_afaan_oromoo #bikilakebede #UFFEE