У нас вы можете посмотреть бесплатно Shawaa Lixaa Jalduutti Miseensonni Milishaa 19 Hidhattootaan Ajjeefaman Jedhame или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
0:00 Qophii Wiixataa 1:16 Gutereez Afrikaan Gola Naga Eegumsaa Keessatti Biyyoota Miseensa Dhaabbataa Ta'an Lamaan Bakka Buufamuu Qabdu Ibsan 11:30 Shawaa Lixaa, Aanaa Jalduutti Miseensonni Milishaa 19 Hidhattootaan Ajjeefaman, Jedhu Maatiwwan Isaanii Keessaa 18:06 Kaadhimamtoonni Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Yoo Filataman Akkaataa Itti Haleellaa Qawwee Biyyattii Keessaa Dhaaban Ibsataa Jiru 24:45 Waggaa Tokko Keessatti Biyoota Addunyaarraa 60 Ol Tahan Keessatti Suurawwanii fi Viidiyooleen Sobaa Duula Filannoof Oolfamuun Yaaddessaa Tahee Jira Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.