У нас вы можете посмотреть бесплатно Tiraamp Ulaa Hormuuz bansiisuuf biyyoota michuu US gargaarsa gaafate. или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Akkam ooltan? Sagantaa har’aatiin;- Tiraamp waraana Iraan wajjin walqabatee michootni US deeggarsa akka godhaniif gaaffii dhiyeesse -Dubartii daa’immanshii lakkuu laga Waabeetti gatterratti murteen darbuu -MM Abiy maaliif waaraana keessa gara UAE imalan? Morkiin waancaa PL dhumateeraa? Siitiin hiree hangamii qaba? Odeessaalee biroo waliin isinii dhiyeessina. Dhiyaadhaa! Odeeffannoo ispoortii fi oduu oolmaa addunyaa qabnaa dhiyaadhaa! Odeeffannoo olmaa addunyaa qabnaa dhiyaadha! Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia