У нас вы можете посмотреть бесплатно Umurii 20n Keessa,Amalaafi Hojii или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Akkam jirtu hordoftoota koo? Har’a waan guddaa tokko irrattiin dubbadha ; waa’ee umurii waggaa 20fi hojii ati yeroo kanatti dalaguu qabdu. Umurii 20ni– Bara qabeenya keetiiti. Umuriin 20n keessan bara warshaa keessaniiti.Namni umurii kana keessatti ofirratti hojjete, waggoota dhufuuf bu’uura cimaa ijaarrata. Kunis waggoottan naamusa, amalaafi ogummaa umurii guutuu isin sooru itti hortaniidha. Tibba kana yoo bashannan, dubartoota, Beetiingiifi qumaraa kkf irratti qisaasessitan, dursitanii waggoottan keessan kan 30n keessaa hiyyummaafi beelaatti gurgurachaa jirtu jechuudha. Hubadhu, Umurii kee kan 30moota keessaa hiyyummaafi beelaatti gurgurachaa jirta. Sababni isaas yeroo qabeenyaafi ogummaa qabachuu qabdu qisassessiteetta. Yeroo kee kanatti yoo qabeenyaafi ogummaa ijaarratte, fuula duratti dureessa ykn beeka taata. Garuu yoo tibba kana itti bashannanuu qofa filatte, fuulduratti gammachuu dhabda. Obboleessafi obboleettiiko umurii kee 20n keessaa hinballeessin ; bara warshaa keetii waan ta’eef! 👉 Call to Action: Yoo yaadni kun siif ta’e, video biraa kana fakkaatu argachuuf “SUBSCRIBE” godhi!