У нас вы можете посмотреть бесплатно Mootummaan lakkoofsa herreegaa dhabbilee Tigraay maaf uggure? | BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
YOOYYAA! Sagantaa har’aatiin;- Mootummaan lakkoofsa herreegaa dhabbilee Tigraay maaf uggure? Abbaan alagaa qaroo-dhabeessi 'hidhattootaan' butamuu. Ayyaannii bara haaraa Walaayittaa UNESCO irratti galmaa'uu. Hongee cimaan Itoophiyaa fi Keenyaatti muudachuu akka danda’u ragamuu. Odeeffannoo Ispoortii fi kaanis qabna. Itti dhiyaadha! Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha. Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia