У нас вы можете посмотреть бесплатно Sheikh Amin Ibro Waan Soomana Nama Jala Hirdhisu | Dogoggora Ramadaanaa Nama Ajrii Dhabsiisan или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
QajeelWay chaanaalii YouTube Islaamaa Afaan Oromootiin dhiyaatu yoo ta’u, da’awaa, gorsa qalbii, barnoota Qur’aanaa, seenaa Sahaabaa, nashiidaa Islaamaa fi yaada jireenyaa Islaamaa dhiheessa. Kaayyoon keenya: – Amantii (Islaamummaa) jabeessuu – Qalbii namaa sirreessuu – Aakhiraa yaadachiisuu – Jireenya Islaamaa irratti qajeelchuu Chaanaalii kana keessatti: 📖 Qur’aana dhaggeeffattu 🗣 Gorsaa fi nasiha argattu 🧕🏽 Seenaa Sahaabaa barattu 🎶 Nashiidaa Islaamaa dhaggeeffattu 📢 Da’awaa Afaan Oromootiin dhiyaatu argattu 👉 Yoo chaanaalii kana jaallatte: ✔ Like gochuu ✔ Share gochuu ✔ Subscribe gochuu hin dagatin “Rabbiin karaa sirrii nu haa qajeelchu – QajeelWay waliin!” 00:00 – Seensa & mata-duree barnootaa 01:20 – Hiika soomanaa fi kaayyoo isaa 02:45 – Waan ajrii soomanaa hir’isan 04:10 – Barbaachisummaa niyyaa (ikhlasa) 05:40 – Yeroo niyyaa godhachuu (zawaal dura/booda) 07:00 – Hadiisa: “Innamaa a’amaalu binniyyaat” 08:25 – Yeroo soomanaa: fajrii hanga maghribaatti 09:50 – Aayah: “hiyxa adii fi hiyxa gurraacha” 11:15 – Sahuurii fi faayidaa isaa 12:40 – Wal-qunnamtii bultii yeroo soomanaa 14:00 – I’tikaafa fi adaba masjiidaa 15:25 – Akhlaaqa soomanaa (arraba, ija, qalbii) 16:55 – Waan sooma balleessuu danda’an 18:15 – Hojii toltuu Ramadaana keessatti 19:35 – Ariifachiisummaa iftaaraa (sunnah) 20:50 – Hadiisa sahuurii & yeroo isaa 22:10 – Gorsa guddaa warra sooman 23:03 – Xumura barnootaa