У нас вы можете посмотреть бесплатно Biruk Jane - Bashananaa (Official Video) или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Biruk Jane - Bashananaa (Official Video) Lyrics: Iftuu yaa bariitu akkashee biiftu hin agarre, Kullee lawwee...tiyya Jiitu yaa daraartuu kolfasheet' lubbuu natt hore, Kullee lawwee Tiyya Ganam aduun baatee waarituun too dhugaa Jaalalaan milkoome maal dhabeetan gaddaa2x Kennaa waaqa guddaa olii, uumama faarfadhu furii, Ganamaaf galgalas barii gammachuun simadhu ka'i. Kophaa yaada hin badiin dhiisii michuu sissiqadhu hori, Jaalalaat furamta barii, lakkii hin yaadinii. Iftuu yaa bariitu akkashee biiftu hin agarre, Kullee lawwee..tiyya Jiitu yaa daraartuu kolfasheet' lubbuu natt' hore, Kullee lawwee Ganam aduun baatee waarituun too dhugaa, Jaalalaan milkoome maal dhabeetan gaddaa.2x Naa yaamaa dhiiroo Dansaa tiyyaa yyoo yyoo, Naa yaamaa dhiiroo Magaal tiyyaa yyoo yyoo.2X Kenna waaqa guddaa olii, uumama faarfadhu furii, Ganamaaf galgalas barii gammachuun simadhu ka'i. Kophaa yaada hin badiin dhiisii michuu sissiqadhu hori, Jaalalaat' furmaata barii, lakkii hin yaadinii. Muddaan muddii muddiin maali, Hin cinqamiin hin sardamiin gammadi. Muddaan muddii muddiin maali, Hin cinqamiin hin sardamiin naan jetti. Kenna waaqa guddaa olii, uumama faarfadhu furii, Ganamaaf galgalas barii gammachuun simadhu ka'i. Kophaa yaada hin badiin dhiisii michuu sissiqadhu hori, Jaalalaat furmaataa barii, lakkii hin yaadinii. Model Hiraa Bushura Facebook https://m.facebook.com/profile.php?id... Instagram / birukjane Spotify https://open.spotify.com/artist/0pFZE... TikTok https://vm.tiktok.com/ZMNunNJaH Apple music https://music.apple.com/us/album/tema... Deezer https://deezer.com/album/590650882 Boomplay https://boomplay.com/artists/90983201 Audiomack https://audiomack.com/biruk_jane Soundcloud / twfu9gsh49ynrm3y9 YouTube / @biruk_jane listento https://li.sten.to/birukjane website https://birukjane.com #birukjane #bashananaa #ethiopianmusic