У нас вы можете посмотреть бесплатно "Oromoon bilisoomeera; dhiigaafi lafee isaatiin abbaabiyyummaa isaa mirkaneeffateera.’Dr.Abiyyi или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
"Oromoon bilisoomeera; dhiigaafi lafee isaatiin abbaa biyyummaa isaa mirkaneeffateera.’’ Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad. Uummata Wallaggaarraa waa’ee nagaa ni baratu malee itti hin himanis jedhan. Tokkummaa dhabuun kaleessa qaroowwan hedduu sabni qabu tokko tokkoon akka miidhaman taasiseera, kunis hedduu nu nama gaabbisiisa jedhan. Rakkoo kaleessaarraa barachuun har’a waan arganne kunuunfachaa bu’aa caaluuf tokkummaan hojjechuu qabna jedhan, Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad. Tokkummaan Oromoo; tokkummaa Itiyoophiyaafis qoricha ta’uu akeekan. Dhimmoota ijoo; misoomaa, Nagaa, tokkummaafi dinagdee cimsuurratti daandii eegalameef tumsuun akka barbaachisus dhaamaniiru. Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan: Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmat... Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: / obnafaanoromo Feesbuukii OBN Horn of Africa : / obnhornofafrica Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- / obnamharic Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- / obnenglish Tiktok : / obncyber Tiwiiterii: / obnoromiyaa Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/ Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa. OBN Sagalee Uummataa