У нас вы можете посмотреть бесплатно 'Utuun waggaa 7 ‘Medisinii’ barachuuf eeguu hidhaa waggaa 7 natti muran' | BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Dr. Jiinenus Fiqaaduu baadiyyaa Oromiyaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessaa ba'ee amma saayintistii addunyaan akkaan barbaaddu ta'eera. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Jireenyi isaa guutummaatti fakkeenya cichoominaa, kutannoo fi rakkoo danda'uuti. Kanaaf ammoo ganda rakkina, gogiinsa, walitti bu'iinsaa fi xaxaa siyaasaan faalamte keessaa ba'ee har'a saayintistoota qorannoonsaanii addunyaa fayyadu keessaa tokko ta'uusaa caalaa ragaan hin jiru. Barnoota Faarmaasii hanga digirii sadaffaatti (PhD) barachuun yeroo ammaa Yuniversitii Wallaggaa fi Hong Kongitti ammoo CUHK keessa hojjeta. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #students #teacher #health #ethiopia #oromoo #bbcafaanoromoo #bbc #jinenus #Wollega #university #bbcnewsafaanoromoo #scientist #education