У нас вы можете посмотреть бесплатно 'Kaanserii harmaarraa fayyuun ni danda'ama.' ogeessa fayyaafi warra irraa fayye или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Battala mallattoo ofirratti arganitti yaalamuun bayyannatan gara hojii idilee isaaniitti deebi'uu haadholiin kanserii harmaa dhukkubsatanii Kolleejjii fayyaa hospitaala Adaamaatti yaalama jiran yaada obn"f kennaniin himan Kaanseriin harmaa osoo hin babal’atin durasanii ittisuu fi too’achuun waan danda’amuuf haadholiin mallattoo addaa harma isaaniirraatti argan dafanii mana yaalaa deemuun yaala barbaachisu argachuu qabu jedhan, Koolleejjii fayyaa hospitaala Adaamaatti gargaaraan Piroofeessaraa fi speeshaalistiin yaala dhibee Kaanserii Dr. Biiniyaam Tafarraa.