У нас вы можете посмотреть бесплатно LUBA AMANAMAA : EYASU BAYISA (Official New Afaan Oromo Gospel Song 2025) или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
LUBA AMANAMAA Lyrics Luba amanamaa kan anaaf oo'u Yaada garaakoos hubatee beeku Haalli koo hunduu dursee kan isaaf galu Dadhabbii koottis kan na hin dhiisne kan harka na qabu Qaba luba amanamaa Fuula abbaa kan naaf dhaabatu Innoo gara laafessa Dhugumaan kan na jaallatu #1 Dadhabbiinkoo in galaaf waantan keessa darbu guyyaa guyyaan Qorumsaaf muddama koo naaf hubata natti hin qabuum quba Cubbuutu irraa dhibe malee qoramee argeera waanta hundaamaa Humna naaf kenna malee darbatee ana hin gatu luba garaa anaaf laafun qaba #2 Iyyesuus ×6 Sichi eenyutu adda na baasa si'irraa Maaltu dhufee na butata harka kee irraa Barruun kee jabeessee na qabeera Jireenyikoo si'irratti dhaabameera #verses Roomaa 8:35-39 Eenyutu jaalala Kristosittii gargar nu baasa? Gidiraan yookiis muddamni, ari'atamuun, beelli yookiis qullaa ta'uun, sodaachifamuun yookiis billaan gargar nu baasuu danda'aa ree? “Sababii keetiif namoonni guyyaa guyyaatti nu keessaa in ajjeefamu, akka hoolota qalamuuf jedhaniitti lakkaa'amnee jirra” kan jedhu caafameera. Waan nu irra ga'e hundumaatti garuu, karaa isa nu jaallatee mo'icha guddaa arganna. Duuni, jireenyi, ergamoonni waaqa irraa, warri bantii waaqaa keessatti aboo qabu jedhamanii sodaataman, wanti amma jiru, wanti dhufuuf jirus hundinuu, wanti humna argisiisuu danda'us, jaalala Waaqayyoottii gargar akka nu hin baafne ani beeka. Wanti ol ka'ee jiru, wanti gad fagaatee jirus, uumama keessaa wanti biraas, jaalala Waaqayyoo isa karaa gooftaa keenyaa Kristos Yesus nuuf dhufettii, danda'ee gargar nu hin baasu. #new_ethiopian_afaan_oromo_music #faarfannaa_afaan_oromoo_haaraa_2022 #live_worship_afaan_oromoo #protestant_worship_song_2021 #Amharicworship #worshipsong #amharicsong #ethiopianSong #WORSHIP #GOSPELSONG #AMHARICWORSHIP #MEZMUR #AMLEKO #ETHIOWORSHIP #ETHIOPIANSONG #AMHARIC #AMHARICMEZMUR #GREATART #EPHRAIMAMARE #comedianeshetu #zemayared #ዜማያሬድ #newyear #newyearprogram #donkeytube #comedianeshetu #dinklejoch #dinklejoch #dinqlejoch #comedianeshetu #father #google #tiktokers #Blogging #Twitter #Ethiopiancomedy #ebstv #bbcnews #Ethiopian #ethiopianmusic #paralyzed #motivationalspeech #amharicmovies2022 #መድረክ #lovestory #lovestorymovie #official #comedian #drama #ድንቅልጆች #donkeytube #oromosongs #faarfannaa #YadesaShiri #faaruutube #oromosongs #AfaanOromoo #awtarukebede #shakaayinaa #amanueletana #yadenimerga#damefekadu #berekettesfaye #abrahamtarre #efadesisa #asegidabebe #yaadasaashirii #ebadiriba #afanoromosong #oromomusic#newethiopianoromomusic