У нас вы можете посмотреть бесплатно Gujii Keessatti Dhiittaan Mirga Namoomaa Mudatu Yaaddessaa Tahuun Himame или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
0:00 Godinaa Waaghimiraa Keessatti Torban Dabre Sababaa Beelaan Namoonni 2 Du'uun Hima 2:05 Namootni Jeequmsa Kakaasuun Shakkamanii To’annaa Poolisii Jala Jiran 9 Wabiin Akka Gadhiifaman Murtaahe 3:54 Muummichi Ministaraa Israa’el Kaabinee Waraanaa Isaanii Diiguu Himame 5:25 Biyyoonni Addunyaarratti Hidhannoo Niwuukiraalii Qaban 9 Bara Darbe Doolaara Biiliyoona 91.4 Baasan Jedhame 8:26 Godinaalee Gujii Keessatti Sababaa Wal-waraansa WBO fi Humnoota Mootummaa Gidduutti Deemaa Jiruun Dhiittaan Mirga Namoomaa Mudatu Yaaddessaa Tahuun Himame 13:25 Caasaan Seera Eegsisuufi Kan Murtii-Haqaa Biyya Maalaawii Deemsa Ittisa Malaammaltummaa Danqaa Jiru, Jedhame 21:12 Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa Minimaa Olompikii Addunyaa Guuttachuuf Biyya Ispeenitti Dorgommii Calallii Geggeesse Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.