У нас вы можете посмотреть бесплатно Atileetoota Itiyoophiyaa bebbeekamoon piroojektii Ikoo turizimii Haroo Wancii Dandii daawwatan. или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Tuuristoota pirojektii Ikoo turizimii Haroo Wancii Dandii daawwachuuf dhufaniif haalonni hundi mijachuu Komishinarri Komishinii Turizimii Oromiyaa Aaddee Lalisee Dhugaa himan. Komishinichi, Koree Hojii raawwachiisaa Federeeshinii Atileetiiksii Itiyophiyaafi Atileetoota Itiyoophiyaa bebbeekamoo simachuun pirojekticha daawwachiise. Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan: Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmat... Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: / obnafaanoromo Feesbuukii OBN Horn of Africa : / obnhornofafrica Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- / obnamharic Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- / obnenglish Tiktok : / obncyber Tiwiiterii: / obnoromiyaa Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/ Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa. OBN Sagalee Uummataa