У нас вы можете посмотреть бесплатно Gorsa Jabaa Kan Qalbii Nama Raasu – Ustaz Ibsa Hasan 24 February 2026 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Namni hedduun osoo hin hubatin waan 5 balaa guddaa ta’an kana keessatti kufaa jira. Wanti kun immoo amantii namaa balleessuu, qalbii namaa dadhabsiisuu fi jireenya addunyaa fi aakhiraa irratti rakkoo guddaa uumaa jira. 📌 Ustaz Ibsa Hasan gorsa cimaa fi hubannoo gad-fagoo qabuun: 👉 Waan 5 kana maal akka ta’an 👉 Maaliif akka nu miidhan 👉 Akkamitti of irraa ittifachuun akka danda’amu sirriitti ibsa. Yoo of eeguu baatte, wantoonni kun si barbadeessu danda’u! Kanaaf viidiyoo kana hanga dhumaatti ilaali, fayyadami, namoota biraas qoodi. 🔔 Channel subscribe godhi 👍 Like godhi 💬 Yaada kee comment keessatti naaf dhiyeessi#Waan5Kana #AkkaanFirraaEegi #UstazIbsaHasan #GorsaIslaamaa #BalaaAmantii #AmantiiMuslimaa #Islaamummaa #DiliiFiTawbaa #GorsaJireenyaa #IlmiiDiinii