У нас вы можете посмотреть бесплатно Tirfe Abera | Eenyu irraa iyyuu hin qabuu или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Eenyu irraa iyyuu hin qabuu Ilaalchan si biraa qabuu Yaadni kee naaf addaa Tilmaamee eenyuu hin qaqabbuu Kallattii maraan harkikee anaaf ifee jira fuulli kee Hin nuffitu ati akka namaa danda’uutu sirraa argamaa Sinsinnii nuffa waan jedhame hin beektuu Jarjartee suutas deemtees booddee hin taatuu Hin kaastuu waa’ee koof waan murtoo gootee Hin mamtuu harka deggaraa lakkoftee Kallattii maraan harkikee anaaf ifee jira fuulli kee Hin nuffitu ati akka namaa danda’uutu sirraa argamaa Gungummiin olollis yaada kee hin kaasuu Dadhabaaf jabaafis ulaagaa hin keessuu Nama hundaa sadarkaa tokkoon ilaaltaa Waaqayyoo waan hundaaf nii filatamtaa Wal geenyee haa raajeffannuu Kan akka waaqayyoo hin qabnuu Dhuunfaattis kana walii gala Addunyaan isumaan bulaa Eenyu irraa iyyuu hin qabuu Ilaalchan si biraa qabuu Yaadni kee naaf addaa Tilmaamee eenyuu hin qaqabbuu Kallattii maraan harki kee anaaf ifee jira fuulli kee Hin nuffitu ati akka namaa danda’uutu sirraa argamaa