У нас вы можете посмотреть бесплатно Sheikh Amin Ibro Seenaa Umar ibn Abdul Aziz | Khaliifaa Haqaa – Haqa Deebise! или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
QajeelWay chaanaalii YouTube Islaamaa Afaan Oromootiin dhiyaatu yoo ta’u, da’awaa, gorsa qalbii, barnoota Qur’aanaa, seenaa Sahaabaa, nashiidaa Islaamaa fi yaada jireenyaa Islaamaa dhiheessa. Kaayyoon keenya: – Amantii (Islaamummaa) jabeessuu – Qalbii namaa sirreessuu – Aakhiraa yaadachiisuu – Jireenya Islaamaa irratti qajeelchuu Chaanaalii kana keessatti: 📖 Qur’aana dhaggeeffattu 🗣 Gorsaa fi nasiha argattu 🧕🏽 Seenaa Sahaabaa barattu 🎶 Nashiidaa Islaamaa dhaggeeffattu 📢 Da’awaa Afaan Oromootiin dhiyaatu argattu 👉 Yoo chaanaalii kana jaallatte: ✔ Like gochuu ✔ Share gochuu ✔ Subscribe gochuu hin dagatin “Rabbiin karaa sirrii nu haa qajeelchu – QajeelWay waliin!”