У нас вы можете посмотреть бесплатно 8. Naamusa Gorsa Hafuuraa: 1 Qorontos 1:1-9: Kutaa 1ffaa или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Yaada namootaaf gorsa jennee qoodnu qabaachuun waan tokko dha. Yaada keenya akka karaa rakkinaa irraa nama deebisuu fi ijaarsaaf ta'uu danda'utti dhi'eessuun immoo waan biraa ti. Yeroo baay'ee qeequu fi abaaruudhaan nama cabsuun salphaa dha. Jaalalaa kabaajaan itti dhi'aatanii caba namaa wallaananii deebisanii dhaabuun garuu bara keenyaa waan dagatamaa jiru fakkataa. Seensa xalayaa Phaawulos amantoota Qorontoosiif (1 Qor 1:1-9) barreessee irraa waa'ee naamusaa gorsa hafuuraa waanan baradhen isiniif qooda.