У нас вы можете посмотреть бесплатно "Nama dhabuun miidhama guddaadha!" Abdii Raggaasaa | Galatoomi или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Simboo Sagantaa bohaartii guyyaa sabtii sa'aa 08:00 irraa eegalee miidiyaa Miilaaniin isiniif dhiyaatudha. Bohaartiin kunis toora YouTube miidiyaa Miilaan fi Tiivii Minbariin gara keessan dhaqqaba. Simboo keenya kana keessatti keessummoota garagaraa ogummaalee fi itti gaafatamummaa adda addaa irratti argaman isinii dhiyeessaa sagantaalee bashannansiisoo kan biroon miidhagsuun isiniif dhiyaata. Guyyaa sabtii (sanbata xiqqaa) keessan bohaartii 'Simboo' keenyaan bareechifadha! toora miidiyaalee hawaasummaa keenyaan nu hordofaa! / @milanmediaofficial tiktok.com/milanmediaofficial telegram.com/milanmediaofficial instagram.com/milanmediaofficial #Simboo #milanmedia #minbertv #afaanoromoo #afaan_oromoo #neshida #resul #menzuma #vlog