У нас вы можете посмотреть бесплатно Ajajaa olaanaa waraana Itoophiyaa waa'ee TPLF kan dubbatan | BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Akkam ooltan hordoftoota keenya? Sagantaa raadiyoo keenya har'aatiin; • Ajajaa olaanaan Waraana Itoophiyaa Fiild Marshaal Biraanuu Juulaa waa'ee TPLF kan dubbatan. -ABO'n tibbana marii gaggeesse. Waa'ee filannoo maal jedha? -Obboleessi Jaarraa Abbaa Gadaa keessummaa keenya. Odeeffannoo biroos qabna, dhiyaadhaa! Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha. Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #tplf #ethiopia