У нас вы можете посмотреть бесплатно Sheek amin ibro, Rasuulli ﷺ: Mallattoolee Namoota Milkaa’an 4! February 2026 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Dhugumaan milkaa’uun maal jechuu dha? Rasuulli ﷺ namoota waan afur (4) kana qaban akka namoota milkaa’an dhugaa ta’an ifatti nuu ibsan. Barnoota kana keessatti, Sheek Amin Ibro karaa Qur’aanaa fi hadiisa sahiihaa irraa ka’uun, akkamitti jireenya keenya sirreessinee addunyaa fi Aakhiraa keessatti milkaa’uu akka dandeenyu nutti agarsiisa. Yoo ati: Jireenya kee jijjiiruu feete Milkaa’ina dhugaa (kan Rabbii) barbaaddu Gorsa sammuu fi qalbii tuqu dhaggeeffachuu jaallatte 👉 Video kana hanga dhumaatti daawwadhu. 📌 Yaada kee comment irratti nuuf barreessi 📌 Video kana nama jaallattu waliin qoodi 📌 Channel kana subscribe gochuun gorsa akkanaa hin dhabin#MilkaaInaDhugaa #RasuulliSAW #Waa4KanaQabu #SheekAminIbro #GorsaIslaamaa #JireenyaMuslimaa #DeenTube #IslaamaaOromo #BarnootaDiinii #AakhiraaFiAddunyaa