У нас вы можете посмотреть бесплатно Abbootii Seeraa fi Abbootii Alangaa leenjiirra turan eebbifaman. или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Inistitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Abbootii Seeraa fi Abbootii Alangaa Marsaa 16ffaaf Leenjisaa ture bakka Pireezidantiin mana Murtii Walii galaa Oromiyaa Obbo Gazaalii Abbaa Simal Argamanitti eebbisiise. Eebbifamtoonni dandeettii fi naamusa leenjiin gonfataniin hawaasa isaanii haqaan akka tajaajilan dhaamameera. Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan: Yuutuubii: / obnoromiyaa Feesbuukii Afaan Oromoo: / obnafaanoromo Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/ Tiwiiterii: / obnoromiyaa Feesbuukii Afaan Amaaraa:- / obnamharic Feesbuukii Afaan Ingilizii:- / obnenglish Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa. OBN Sagalee Uummataa.