У нас вы можете посмотреть бесплатно Mootummoota naannoolee fi mootummaa Ethiopiaf dhamsa ADDE SAMIYAAA USMAN. или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
#sagantaaoromia #oromiapolitics #oromovoice #oromiaupdate #oromomedia #anchormedia #madaaoromia #MadaaOromia #OromiaNews #OromoMedia #HaqaOromia #SagantaaOromia #OromiaUpdate #OromiaPolitics #OromoVoice👉 Hordofaa, Like godhaa, fi Subscribe gochuun nu #zaramedia#ethioforumኢትዮፎረም #anchor #ethiopia #anchormedia #Anchor Ethiopia, Madaa Oromia – Sagantaa dhugaa fi haqa Oromiyaa ibsu. Dhimmoota siyaasaa, hawaasummaa, fi aadaa irratti ifa kaa’uun uummata keenyaaf sagalee haa ta’u. Haqa, sirna, fi bilisummaa irratti xiyyeeffanna. Subscribe gochuun dhugaa waliin haa falmannu!I can certainly help you with that! To give you the best translation, could you please tell me: What text you would like me to translate? Which language you want it translated into (e.g., Afaan Oromoo, Amharic, Spanish, etc.)? Whether it is a political speech, a historical document, or a simple message for your followers, I will make sure the tone stays accurate and professional. #Anchor, #Ethiopia,“Laftii fi Gumaan hin Dulloomu” Jedhan Kolonel Gammachuu Ayyaanaa. Dhimma Lafa Oromoo fi Nama Oromoo bade kamuu, Yoomiyyuu, Eessattiyyuu dubbachuun baratamuu qaba. Haqa ollaa tuquutu sirrii miti. Haqa kee Saamameef dubbachuu beellamachuun yaada gaarii natti hin faakkatu. Dhimmi Dirre Dhawaa fi Daangaa Oromoo sarbame hundaa akkasuma. Akka carraa ta’ee Mootummaan kunis, Kan Darbanis lafa Oromoo fi Walabummaa Daangaa keenyaaf dhaabatanii hin beekan. Ajandaa Siyaasa ofii tarkaanfachisuuf yeroo fedhanitti itti haajamu. Ta’ullee, gaafa carraan Dantaa siyaasaa Jaraa (Mootummaa) fi haqa kee walirra oolchu, bilchinaan kabachiifachuuf yaaluun gaariidha. Dhimma Dirre Dhawaa Badhoon Dhiyeenya Parlamaatti dubbate, hagamuu dantaa mataa isaatiif ta’u, akka raawwachisu dhiibuun filatamaadha. Dirre Dhawaas ta’ee lafa Oromoo saamame kamuu Hardhas ta’ee Boru, Ollaan tolaan nuuf deebisu akka hin jirre beekuun barbaachisaadha. Atakaroo fi Humnumaan raawwata, kana yeroo isaa miti jedhanii akka waan carraan tolaa fuldura jirutti of gowwomsuun gaarii miti.