У нас вы можете посмотреть бесплатно Maaliif? ለምን? Dhimma haala yeroo irratti hayyoonni maal jedhan? или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Dhimma haala yeroo irratti hayyoonni maal jedhan? Kallattii Youtube fi Tv Hamiltaniin daawwachuu dandeessu. Dukkana dawoo godhachuudhaan magaalaa Finfinneetti mooraa masjiidaa diigan. Magaalaa Finfinnee Askootti masjiida Tabaarak kan jedhamu halkan keessaa naannoo sa'atii ja'atti moora masjiidaa guutuu bittineessan Marii yeroo dheeraaf godhameen wolii galtee irra ga'amee, mooraa masjiidaa guyyaa ijaarame dukkana dawoo godhatanii diiguun hojii al seerumaati jedhe majilisni magaalaa Finfinnee Masjiidni kun kutaa magaalaa Qirqoos aanaa 10ffaatti kan argamu yoo ta'u bara 1967 irraa eegalee masjiida tajaajila kennaa jiru ta'uu manni marichaa yaadachiiseera. Haa ta'uutii garuu misooma naannoo sanatti hojjatamaa jiruun wol qabatee masjida irruma caalaatti fooyya'ee akka ijaaramuuf qaama dhimmi ilaallatu woliin mariin taasifamee diizaaniin hojjatamee ergamee akka jiru manni marichaa kaaseera. Kun kanumaan utuu jiruu qaamni seeran kabachiisa jedhu itti gaafatamummaan itti hin dhaga'amne mooraa guyyaa ijaarame halkan wolakkaa diiguun isaa fudhatama hin qabu jedheera.