У нас вы можете посмотреть бесплатно GAADDISA FANNOO || Latter Rain Singers || New Afaan Oromo Gospel Song || 2025/2018 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Sagaleen cubbamaa kadhatu dhagaa'amaa jira Akeekkachiisni badiisa dursee dacheetti ergameera Namni wanta lafaatiif fiigus kan lubbuu dagatee Yesuus dhiyootti ni mullata gatii hojii isaa baatee Gaaddisa fannoo jalaa maaf baata Qabeenya lafaas maalsaa abdatta Fayyuukeef jedhee fayyuu tutture Obsaan danda'uu isaas hin hubattuure Mee ilmi waaqayyoo utuu inni mullatee eessatti si arga Bu'aa hojii keetii isa har'a ol kaawwatte maal fudhatta isa harkaa Gonfoo jireenyaamoo ibidda xaph godhu Hiree borii keetii har'a murteeffadhu Balballi araara isaa ammallee hin cufamne kanaaf dafii kottu Erga yeroon darbee goftaan firdiif taa'ee eenyuun kan komattu Har'a garuu yesuus mirga abbaa dhaabatee Siif abdii hin kutanne maaf garaa jabaatte