У нас вы можете посмотреть бесплатно Muddin jamaal-Shaggariin hin hafnu- New Ethiopian Oromo Music 2021(Official Video) или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Aanolee jaawwi lafaa Aana jechaarree nafaa Reeffatti aansani Aanarraa dheessuun fafaa/2/ Guyyaa goraaf guyyaa morkaa Goonni rasaasarra daddafaa Goonni rasaasarra daddafaa Dhiirri rasaasarra daddafaa/2/ Guyyaa goraaf guyyaa morkaa Goonni rasaasarra daddafaa Dhiirri rasaasarra daddafaa Goonni rasaasarra daddafaa Qeerroo nageessoof gishaa dhiira wayyaa Laayyoon asin geenne bari ilmaan aayyaa Azuuleerra naannahee Addeellee gahee Mandoon gamaan jiraa Dhoombiriin bahee Mammagaallan maadadaa Ijoollee diida'aa Harka kennuu didee Ganna amaan fa'aa Cilaaloon hin baatu qorraafuu Fardi kophaan kaatu kolfaafuu Cilaaloon hin baatu qorraafuu Fardii qophaan kaatuu kolfaafu Shaggariin hin haftu hundaafuu Lama dhabuun taanu kolfaafuu Cilaaloon hin baatu qorraafuu Fardi kophaan kaatu kolfaafuu Fardii qophaan kaatu/6/ Aanolee jaawwi lafaa Aanaa jechaarree nafatti aanaa Reeffatti aansani Aanarraa dheessun fafa Calanqoo lafti meettaa Jajjabaadhukaa ni dandeettaa Of agarsiisimee yaaboo Hangam hangam geettaa Guyyaa goraaf guyyaa morkaa Goonni rasaasarra daddaafaa Goonni rasaasarra daddafaa Dhiirri rasaasarra daddafaa Guyyaa goraaf guyyaa morkaa Goonni rasaasarra daddafaa Dhiirri rasaasarra daddafaa Goonni rasaasarra daddafaa Qeerroo nageessoof gisha dhiira wayyaa Laayyoon asin geennee Bari ilmaan aayyaa Azuuleerra naannahee Addaallee gahee Mandoon gamaan jiraa Dhoombiriin bahee Mammagaallan maadadaa joollee diida'aa Harka kennuu didee Ganna amaan fa'a Cilaaloon hin baatu qorraafuu Fardi qophaan kaatuu kolfaafuu Cilaaloon hin baatu qorraafuu Fardii qophaan kaatu kolfaafuu Shaggariin hin haftu hundaafuu Lama dhabuun taanu kolfaafuu Cilaaloon hin baatu qorraafuu Fardii qophaan kaatu kolfaafuu Fardi qophaan kaatu kolfaafuu /8/ Vision Entertainment is your number one stop for quality Music Videos and production. Vision entertainment is a fully integrated audio, video and art company with the vision of expanding the current music and art industry of Africa with the goal of becoming an all around entertainment leader Ethiopian Oromo Music 2021 (Official Video) Subscribe Below to be the first to watch Videos and get exclusive access! Subscribe: / visionentertainmentethiopia Social Media: / visionentertainment2020 Instagram : / visionenter. . #EthiopianMusic #OromoMusic #Like #Comment ©Vision Entertainment LLC. Unauthorized use, distribution and re upload of this content is strictly prohibited.