У нас вы можете посмотреть бесплатно WAADAA Ijollee kakuu mandaraa husee. Faarsaa nama eebbisu или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Faarsaa baayee nama eebbisu dhaggeeffadhaa Gaaddisaa gaaddGaaddisaa gaaddidduunsaa lafa raasu Gaarummaatti Nama baasuu Addunyaadhaaf furmaataaf seera caasu Hitoo cubbu dhangalasu Iyyesuusi maqaansa seera caasa Jechisallee reeffa kaasa Gochasa ibsuuf yeemmuu jecha guurru Tuqaa tokkollee xumuurru Akka jobira hawwa keessa kaatu "jaalalasaaf" waan hundarra jabaatu "maal jennu isaafi" Sadarka keenya butee nu bareechee jaaalalasaaf Nu dhiisee yoom nu dheechee maal jennu isaafi Inni gaaraaf tullootaarra ulfaataa jaalalasaaf Dhagotarras jabaata maal jennu isaafi Jaalalasaatiif waan jennu wallaallee jaalalasaaf Dudubbachuudhaaf yaallee maal jennu isaafi Jaalalasaaf×12 Tulluu tullootaarra caalu humtu wallaaluu Qajelchasaan nu qaromse Jabinasaa humtu madaalu teessoosa hin dhaalu kan jechasan nu danomse rakkina nurra doomsee qajelchasaan nu qaroomse Xiqqummaatti dibee nu kaase didee nu baasee maaltu argee nu madeessa Qulqulluudha warqee barbaadu h inammenya yaadu sagaleesaan nu jabeeessa jechasaan nu gaggeessaa maaltu arge nu madeessa Reef nuuf dhufaa barruu Qomoo yohudotaa balleessudhaaf falmu Koraatanus tooraan haguugame galmu Du'uutti nu eegan nu hin arganne farruu Ofuumaaf of jeeqan nuti Huma hin agarru Dhugnee dheebu baanee waraabbannee qarruu Garaan keenya naanee qorumsa dabarru Kakuunsaa ganaadhaa lakkoofsasaa hin barruu Waan gaarummaa kuulee dhufaa jira barru Akka ijoolleetti gurmuutti nu baate Harkasarratti Yom diinni nu nyaate Kan jaallee jaallatamaa maaltu baasa Nu badhaaseera ayyana guddasa Qabeenya bannee Akka uffata cabbiirra addaatu nutti uffiseera jireenya kan laatu Maaltu Kara jannataarra nu dheessa Dinni akkasiin lallabee nu hadheessa Yesuus nun gannee Keessi keenya baadhatuu garaa si irranfatu He lakki akkaa daraaraa tuufooo hin gognu ulfinaat ta'anuufoo hee tole warqeen nutti laatamee gati dhabu laqame he lakki Qaaliidha timaamnisaa ñuu galaa gonfoo nu hirmaachisa he tole see Dhalootaa kakuu haaraa waanta lafaa tuffatuu dakkuuf daaraa ol dabalaa hin xiqqatuu namnuu hin aaraaa sitti amanee beekaa warri si waaqeffatu lammi deega yemmuu dacheen wargamuu kolfee seeqaa sittuma gatee dhiisaa dudduba laale hin shakku dandeettisaa Harki kankee waakkatu tolchee kiisaa Nutis si male laalluu siin ala taakkuu tokko tarree yalluu muuxata maaddi soba dhaqnee hin faalluu Nu sumaan tolle tottolle hi Hir'uun keenya siin tola guutee Jechootaa kee haalli madaalu Hin arganne kan sirra caaluu Waarra sobaan mammakuuf nuuti gowwaadha Garuu dhumasa isani hin barree duuban bowwaadha Dacheen didee hammatuus cicha ya ijoollee Dhufee sasPsabatachuun Koo wanta hin ollee Jedhe dubbateera hin kaaduu Waan kansa taanee hin barbaadu Dhiigaan mallatteessee waadaa Diinni ofiin barreessee yaadaa