У нас вы можете посмотреть бесплатно IRRA WALIIF NU GALCHII | ABDOSH ALIYYI | или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Asalaamu Aleykum Warahmatullahi Wabarakaatuh, Vidiyoo kana keessatti, Sheikh Abdosh Aliyyi Nashiidaa "Irra Waliif Nu Galchi" jedhu irratti ibsa bal’aa fi Gorsa ijoo Ni dhiyeessu. Nashiidaan Kun Albumoota Kiyya keessaa isa tokko yoo ta’u, hubannoo cimaa fi gorsa Tokkummaa fi Ilaalcha Bu'ura Islaaminnaa irratti isiniif dhiyeessa. Nashiidaa kana irraa Ni argattu: • Maalummaa Tokkummaa fi Ilaalcha Bu'uraa Islaamaa • Gorsa bu’aa qabeessa Tokkummaan jireenya Islaamaa keessatti Qabu. Fayyadamtootaaf Odeeffannoo Dabalataa: • Abbaa Nashiidaa : Sheikh Abdosh Aliyyi • Mata Duree: Irra Waliif Nu Galchi • Afaan : Afaan Oromoo • Maqaa Channel: [Abdoosh Aliyyi ] Akkana gochuun channel keessan deeggara: • Like tuqaa. • Comment barreessaa yaada, gaaffii ykn duub-deebbii keessan nuuf kennaa. • Share godhuu hin dagatinaa hiriyyoota keessaniif dabarsaa. • Subscribe godhaa vidiyoota haarawaa yeroon akka isin dhaqqabuuf Social Media Keenya : • Telegram: [ https://t.me/Abdooshaa ] • Tiktok [ https://www.tiktok.com/@abdoshaliyyi?_t=ZM... ] • Facebook: [ https://www.facebook.com/abdooshaliyyiioff... ] • #SheikhAbdoshAliyyi #NuBadhaasiNasrii #IrraDeebii #Album7ffaa #DawaaOromoo #BarumsaIslaamaa #IslamicKnowledge #AfaanOromoo