У нас вы можете посмотреть бесплатно Tafsiira Suuraa Baqara | Sura 002 | Ayat 135 – 157 |Shek Dr. Muhammad Rashaad Abdulleetin 2025 1447 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
🕌 Baga Nagaan Gara Darunaim Multimedia Dhuftan! Darunaim Multimedia irratti argattu: 🕋 Barnoota Islaamaa — sirrii fi salphaa 📖 Seenaa Islaamaa fi Muslimtoota — biyya keenya fi addunyaa irraa 📜 Fatwaa fi deebii gaafilee shari’aa waliin wal qabatan 🗞 Oduu fi Odeeffannoo Dhugaa, akkasumas qophiilee garaagaraa 🎯 Kaayyoon keenya: Ummatni keenya: Haqa amantaa isaa akka hubatu Seenaa fi aadaa isaa akka beeku Odeeffannoo dhugaa akka argatu Qajeelummaan akka dagaagu gochuu dha 👉 Video haaraa haala salphaan dhiheessuun, hubannoo, jaalala Islaamaa, fi walitti dhufeenya ilma namaa jabeessu irratti hojjanna. 🔔 Subscribe godhaa! 💬 Yaada keessan nuuf qoodaa! 📤 Channel keenya hiriyoota keessan waliin qoodaa! 📲 Nu hordofuu ni dandeessu miidiyaalee armaan gadii irratti: 🔹 Facebook: facebook.com/people/Darunaim-Multimedia/100083055474892 🔹 Telegram: t.me/darunaim 🔹 TikTok: @darunaim.multimedi 🔹 YouTube: / @darunaimmultimedia 🔹 WhatsApp Channel: Daarunaim WhatsApp 📌 Daarunaim — Daandii Muslimtootaa! #TafsiiraQuraanaa #SuuraaBaqara #SheekRashaad #TafsiirIslaamaa #DarunaimMultimedia #AfaanOromooTafsiir #IslamicEducation #QuranTafsir #SurahAlBaqarah #QuraanBarnoota #IslaamaHubadhu #1447H #Tafsiir2025