У нас вы можете посмотреть бесплатно Hidhi Abbayyaa fi Aswaan maaliin wal caalu? | BBC News Afaan Oromoo или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Afrikaa keessaa yaa'a laga tokkoo irratti kan argaman Itoophiyaa fi Masiriin anniisaa elektirikii maddisiisuudhaanis tokkoffaa fi lammaffaarratti argamu. Hanga yeroo dhihootti Hidhi Aswaan Guddichi anniisaa elektirikii meegaa waatii 2100 maddisiisu Afrikaa keessaa tokkoffaa ture. Subscribe gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Amma garuu Afrikaa keessaa tokkoffaan akkasumas akka addunyaatti hidhaawwan anniisaa elektirikii gurguddaa keessaa tokko kan ta'e meegaa waatii 5150 kan maddisiisu Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaati. Qopheessaan: Hamzaa Huseen Kaameraa: Asli Galgalo Gulaaltuu sur-sagalee: Asli Galgalo 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #aswan #abay #dam #ethiopia #egypt #bbcnewsafaanoromoo