У нас вы можете посмотреть бесплатно Seenaa Najashii guutu – Mootii habashaa Islaamummaa Fudhate | или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Viidiyoo kana keessatti seenaa guutuu Najashii (Ashaama ibn Abjar), mootii habashaa (Itoophiyaa) turee fi Islaamummaa dhugaan fudhate ni ilaalla. Eenyummaa fi jireenya jalqabaa Mootii Najashii Hijaaraa Muslimoota gara Xabashaa (Itoophiyaa) Akka inni sahaabota Ergamaa Rabbii ﷺ eeguuf godhe #nuralhuda #islamicreminder #history Haqa fi sirna isaa yeroo Quraysh ergaa dabarsan Gara Islaama dhoksaadhaan seenuu isaa Aangoo fi gumaacha isaa seenaa Islaamaa keessatti Najashiin fakkeenya haqaa, gara-laafina fi dhugaa dha. Seenaa isaa hanga har’aatti Muslima hundaaf kaka’umsa ta’eera. 👉 Viidiyoon seenaa Islaamaa Afaan Oromoo fi Ingiliffaan biraa akka isin hin hafuuf SUBSCRIBE gochuu hin dagatinaa! Seenaa Najashii In this video, we explore the complete history of Najashi (Ashama ibn Abjar), the just King of Abyssinia (Ethiopia), who played a vital role in protecting the early Muslims and later embraced Islam. The early life and background of King Najashi The migration of Muslims to Abyssinia How Najashi protected the Sahaba (companions of Prophet Muhammad ﷺ) His fairness when Quraysh sent messengers against the Muslims The secret acceptance of Islam by Najashi His lasting legacy in Islamic history Najashi stands as a timeless example of justice, compassion, and truth, and his story continues to inspire Muslims around the world. 👉 Don’t forget to Like, Share, and Subscribe for more Islamic history videos in English and Afaan Oromo Najashii mootii habashaa Najashii Islaama Seenaa Najashii Afaan Oromoo Hijaara gara habashaa Seenaa sahaboota Afaan Oromoo Najashii fi Ergamaa Rabbii ﷺ Najashii Ashama ibn Abjar Najashii Itoophiyaa Seenaa Islaamaa Oromoo Seenaa Najashii guutuu Najashii fi Muslimoota Mootii sirrii Islaama fudhate #SeenaaNajashii #Mootiihabashaa #SeenaaIslaamaa #SeenaaSahaabaa #AfaanOromooIslam #Najashii #Hijaarahabashaa #SeenaaMuslimaa #OromoIslamicHistory #SeenaaNajashiiGuutuu