У нас вы можете посмотреть бесплатно Pirezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay madda dhibdee tibbanaa ibsan или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Sagantaa Raadiyoo Ashamaa! Sagantaa *Jiraattoonni aanaa Fantaallee qaamoleen nageenya mootummaa namoota nagaa ajjeesaa jiru jedhanii komatan. Qondaala naannichas gaafanneerra. *Pirezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay Jeneraal Taaddasaa Warradaa walitti bu'iinsi humnoota Federaalaa waliin tibbana dhagame maalirra akka madde ibsan Odeeffannoo ispoortiis qabna, Dhiyaadhaa! Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽 / bbcnewsafaanoromoo WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia