У нас вы можете посмотреть бесплатно Qiddaassee Guutuu Afaan Oromoon Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyyaatti kan qoopha-ee_x264.mp4 или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuuraa Qulqulluu Waaqa tokkon Ameen! Jaallatamtootta Maatii Waaqayyoo, Ijoolleen haadha keenya qulqulleetti dubroo Maariyaam biyyaa keessafi alaa kan jirtaan hunduu nagaan waaqayyo bakka jirtaan martii isiniif haa baay'attuu. Akkam jirtu? Nagaa keessani? Har'aa kunoo Waaqa nuu uumeef galanni haa ta'uu jechaa kan qabannee dhiyaanne Sirnaa qulqulleessa Afaan Oromoon Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodooksii Taawahido Itiyoophiyaatti kan qophaa'e waan ta'eef hundii keessan hirmattoota eebbaa sagalee waaqayyo akka taatan abdan. Afaan Oromoon tajaajiluun yeroo hedduu rakkisaafi dhibbaan yoo jiraattes har'aa garuu sirnaa qulqullessaa sagaleen weeddisun dhiyeessun danda'amerra. Waaqayyon namootta sirnaa kana irratti hirmataan hundaa isaan haa eebbisu umurii tajaajila dheeraafi mootummaa isaa isa samiirratti haa yaadatu. Isiniis hirmattoota eebbaa kana ta'a. Please don't forget to comment, like and share. All of them have a great values for our next coming videos Kan dogoggorree hundaaf maqaa Waaqayyon nuu ofkolchaa.