У нас вы можете посмотреть бесплатно #Hunduu или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
2ffaa Hundumtuu Yeroo Qaba 3:1 ==========::::::::::::===== Hunduu yeroo qaba maliifan dhiphadha Maqaa kee waammadhe boqonnan argadha Obsetan si eegaa yaa abbaa nageenya Garaa koo naaf koottuu fayyisa addunyaa Cèessis Jalalaa kee dhugaa amma hubadheera Hawwiin koo hundumtuu galma naaf gaheera fayyisaa uuma koo narraa fagaatini Gara koo naaf koottu diinaaf na laatinii Ceesisaa Hundaa jiraachifta akka fedha keetin Hunduma nan darba anis human keetin Warri sin mormani hunduu badaniruu Kan siwaaman garuu du'a oolaniiru Ceesisaa Garaa kee na waami ati na gorfadhu Galaa ishee boruu kan kee na godhadhu Akkan kufee hin hafneen ati ol na qabi Amma dhumatti cimsiiti na dhaabi Ceesisaa fedhuma keetinii Hunduu kan raawwate Eenyuu kufee hafe kan cimee dhaabbate Jaalalan na waamte kan na jiraachiftu Waan yaraa hundarraa at kan na deebistu //===============//==========//