У нас вы можете посмотреть бесплатно Ijaarsa Pirojektii bishaan dhugaatii Magaalaa Roobee xumursiisuuf hojii hojjatamaa jiru или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa pirojektiwwan bishaanii iddoowwan garagaraatti rarra`anii turan rakkoolee isaanii adda baasudhaan hojiitti erga galee pirojektiwwan bishaanii baayyeen tajaajila kennuu jalqabaniiru. Haata`u malee pirojeektonni ammallee xiyyeeffannoo guddaa barbaadan ni jiru. Pirojektiiwwan bishaan dhugaatii qulqulluu waggootaf lafarra harkifatan xiyyeeffannaa barbaadan keessaa Pirojektiin bishaan dhugaatii Magaalaa Roobee tokko. Hojiin pirojektii kanaa kan jalqabame bara 2011 yoo ta`u, pirojeektiin kun yeroo karoorfameef keessatti xumuramuu dhabuusaatin jiraattota magaalaa kanaa biratti komatamaa jira.