У нас вы можете посмотреть бесплатно GOCHAAKEE YEMMUUN YAADADHU! или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Gochaa kee yemmuun yaadadhu garaa kootu na raafama (2) Olmaa kee baasee dubbachuuf tilmaama isaan dhabe dhuguma (2) Yaa’ee darbeera gaddi koo ana irraa akka galaanaa Mararteen kee fi jaalalli kee anaaf ta’eera qabbana Haleeluuyya (3) #1 Gochaa kee kamiin dubbadheen isa kamfaan garaa jabaadha Hunduu garaa koo naraasa kamtu madaalliitti hir’uudha Gooftaakoo nama siin qabutti waan gariin tokko hin hir’atu Irraa hafaa qabaata malee bultoo isaaf orma hin eeggatu Manni isaas hundaan guutuudha gombisaan isaas hin hir’atu (2) #2 Abbaa koo isa ati naaf taate garaan diinaa guddaa aaree Kiyyoo du’aa naaf naqeera daandii koo irraa hiree hiree (2) Anis oleen si jajadha gojomii ilkaan diina koo Faara tolaan simii fudhuu isaan siif kennu Aarsaa koo Yammuus lapheen koo in boqata sitti jaalallee dhugaa koo (2) Na darbateera dinni koo anaaf hin hillee Bitaa fi mirga koo dhaabatee situ naaf lole (2) Maal attamittan dhoksaree gochaa kee kana Cal jechuuf anoo hin danda’uu ulfinan siif kenna hoo’uu galata(3) Gooftaakoo kun iyyuu sitti xinnaata (2) Na biratti hin hafin nan baasa gatii kee hamma dandeettiikoo (2) Na biratti hin hafin nan baasa gatii kee hamma humnakoo Siif of hin qusaadhu Humnakoo hin waakkadhu Sin jaja hin salfaadhu Ati ajaja baafnaan dubbiin galagale Boolli diinni qotes isuma hawwaalee hoo’u galata galata irraa hafaa (3) Gooftaa ulfina keef ani nan gugguufaa