У нас вы можете посмотреть бесплатно Hayyoota Amantii Ta'uu Irra Garaa Amanu Qabaachuutu Caala или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Jireenya amantii keessatti yeroo tokko tokko gaaffii dorgommee hin taanetti nu galchu kaafnee isuma irratti wal qoccoluutti yeroo keenya gubna. Kana irraan kan ka'e Waldaa Kristiyaanaa keessaatti namoota amantiitti bilchina argisiisaa adeeman irra caalaa warraa falmii jabaa gochuu danda'antu baay'ata. Waa'ee amantii barumsa gadi fagoo qabaannus qabaachuubaannus gaafa falmiitti kaanu sababiiwwan dhi'eessinuun hayyoota amantii afaan qabachiifna. Kun gaarii fakkaatus garuu wanta Waaqayyo mana isaa keessatti arguu fedhu miti. Qaroominaa fi ogummaan adda addaa yoo barbaachisoo ta'an iyyuu, isaan kun iddoo amantii nuuf bu'uu hin danda'an. Isaan malee Waaqayyo biratti amantiidhaan simatamuu ni dandeenya. Hammam beektotaa fi ogeeyyii tanus garuu amantii malee fuula mootummaa Waaqayyoo keessatti fudhatama argachuu hin dandeenyu. Lallabni Maatewos 21:23-32 irratti hundaa'ee qophaa'e kun kanuma irratti xiyyeffata.