У нас вы можете посмотреть бесплатно "Mana Ijaartee, karra itti baaftee wal hingaafatan" etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo| или скачать в максимальном доступном качестве, видео которое было загружено на ютуб. Для загрузки выберите вариант из формы ниже:
Если кнопки скачивания не
загрузились
НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием видео, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу
страницы.
Спасибо за использование сервиса ClipSaver.ru
Itoophiyaan hulaa galaanaa, karaa itti bahaa ardii fi addunyaalessaa guddaa biyyaa qabdu turte. haa ta'u malee murteewwan fi dogooggora seenaa waggoota soddoma dura raawwatameen Itoophiyaa hulaa galaanaa malee hambiseera. Murteewwan siyaasaa fi dogooggorri seenaa Itoophiyaa hulaa galaanaa malee hambise maalinni? Itoophiyaa hulaa galaanaa duraan qabaachaa turte, mirga seenaa uumamaan qabduu fi seera idil-addunyaatti fayyadamtee akkamitti argachuu dandeessi? Barbaachisummaan hulaa galaanaa Itoophiyaa har'aa fi egereetiif akkasumas shoora gaanfa Afrikaa keessatti qabduuf qabu maalinni? Dhimma kanarratti qophii addaa keenyaan marii bal'aa taasifneerra, daawwadhaa. #etv #EBC #EtvAfaanOromoo